Ijaarsi Hidha haaromsaa Guddicha Itoophiyaa xumuramuu isaa sababeeffachuun Magaalaa Finfinneetti hiriira deggersaafi gammachuu taasifamaa jiru irratti dhaadannoowwan hiriirtotaan jedhaman keessaa muraasa
Gamtaadhaan dandeenyeerra!
Hidhi Haaromsaa mallattoo tokkummaafi walooma keenyaati!
Hidharraa gara buufata galaanaatti!
Irree gamtoomeen imalli Itoophiyaa ni milkaa’a!
Hidhi Haaromsaa Gonfoo Mo’ichaati!
Hidhi Haaromsaa Caba Seenaa fayyisa!
Dhalootni haaraan Adawaa 2ffaa tokkummaan kabaja!
fi dhaadannoowwan kanneen biroos hiriirtota halkaniin gara Dirree Masqalaatti imalaa jiran irraa dhaga’amaa jiru.