Aadde Simmanyi Wubeen Abbagaar Olaanaa Dhaabbata Abbagaar Uummataa ta’uun filataman

You are currently viewing Aadde Simmanyi Wubeen Abbagaar Olaanaa Dhaabbata Abbagaar Uummataa ta’uun filataman

AMN PLUS- Amajjii 15, 2017

Aadde Simmanyi Wubeen Abbagaar Olaanaa Dhaabbata Abbagaar Uummataa ta’uun filatamaniiru.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walgaa’ii Idilee 16ffaa har’a taa’een muudamicha sagalee caalmaan mirkaneesseera.

Filannoo Abbagaar Itti aanaa fi Abbagaarota dameelees bifuma walfakkaatuun qoratee kan mirkaneesse yoo ta’u , Dooktar Yeneenah Simmanyi Abbagaar Itti aanaa ta’uun sagalee caalmaan filatamaniiru.

Obbo Abbaayinah Adetoo ammoo abbagaar dameelee tahuun mana marichaan filatamaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply