Joo Baayidan dhimma Yuukireeniifi rakkoo Baha giddugaleessaa irratti mari’achuuf Barliin galan
AMN Onkololeessa 8, 2017 Pirezidaantiin US Joo Baayidan dhimma Yuukireeniifi rakkoo Baha giddugaleessaa irratti mari’achuuf Jarman magaalaa Barliin galan. Mr. Baayidan Chaansilara Jarman Oolaaf Shoolzi waliin rakkoowwan kanneen akkaataa furuun…