Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa Mana Barnootaa Ifa Boruu Naannoo Sidaamaatti ijaarame eebbisan.
AMN PLUS- Bitootessa 17/2017 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa fi Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Sidaamaa, Obbo Dastaa Leedaamoo Naannoo Sidaamaatti Mana Barnootaa Ifa Boruu bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaan ijaarame…