Abbaan murtii gara laafessi beekamaan Firaank Kaappri’oo boqotan
AMN PLUS - Hagayya 15/2017 Abbaan murtii beekamaan lammii Ameerikaa gara laafummaan beekaman Firaank Kaappri'oo waggaa 88'tti du'aan addunyaa kanarraa boqochuun isaanii beekameera. Abaan murtii kun dhibee kaansarii rajiijii isaan…