Gamoowwan ‘Mandara Gaarummaatti’ eegalchiisne saffisaan ijaaramaa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN- Mudde 5/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa ijaarsa Gamoo manneen waliin jireenyaa abbaa darbii sagalii lama kutaa magaalaa Lidataa Mandara Gaarummaatti ijaaramaa jiran daawwataniiru. Mandaricha keessatti hanga…

Continue ReadingGamoowwan ‘Mandara Gaarummaatti’ eegalchiisne saffisaan ijaaramaa jiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Harargee Lixaatti Pirojektonni 443, Birrii Miiliyoona 700 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame

AMN- Mudde 5/ 2017 Godina Harargee Lixaatti pirojektonni misoomaa garaagaraa 443 Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 16 fi kuma 800 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame. Mootummaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf piroojektoota misoomaa…

Continue ReadingHarargee Lixaatti Pirojektonni 443, Birrii Miiliyoona 700 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame

Kaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari’achuun raggaasise

AMN- Mudde 4/ 2017 Kaabineen Magaalaa Finfinnee Walga'ii Idilee 4ffaa waggaa 4ffaa har'a gaggeesseen ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari'achuun raggaasiseera. Haaluma kanaan:- 1. Wixinee Dambii faalama Lagaa ittisuu fi…

Continue ReadingKaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari’achuun raggaasise

Magaala Keenya bareedduu fi ammayyaa taasisuuf sochiin misooma koridariittiin jalqabne bu’aa agarsiisaa jira – Obboo Adam Faaraah

AMN - Muddee 4/2017 Hogganaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Dimokiraasii fi Itti Aanaa Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa obboo Aadam Faraah akka jedhanitti magaaloota biyya keenyaa bareedaa fi ammayyaa taasisuuf hojiiwwan misooma…

Continue ReadingMagaala Keenya bareedduu fi ammayyaa taasisuuf sochiin misooma koridariittiin jalqabne bu’aa agarsiisaa jira – Obboo Adam Faaraah

Ameerikaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa kan deeggartu ta’uu ibsite

AMN- Mudde 3/2017 Ameerikaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaan taasisan kan deeggartu ta'uu ibsite. Waliigaltee biyyoonni lamaan guyyaa kaleessaa fayyadamummaa waloo isaanii mirkaneessuuf taasisan kan deeggartu ta'uu himteerti. Waliigalticha milkeessuuf qooda…

Continue ReadingAmeerikaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa kan deeggartu ta’uu ibsite

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’atan

AMN- Mudde 3/ 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Chey Hayi fi gaggeessitoota Garee CGCOC waliin Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’achuu…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’atan

Waliigalteen Ankaaraa, walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha- Pirezidaant Taayyee

AMN- Mudde 3/ 2017 Waliigalteen Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti Ankaaraatti taasifame walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Pireezidaanti Taayyeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, waliigaltichi…

Continue ReadingWaliigalteen Ankaaraa, walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha- Pirezidaant Taayyee

Biyyoonni lameen muddama Gaanfa Afriikaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu dhugoomsaniiru- Gamtaa Awurooppaa

AMN- Mudde 3/ 2017 Waliigalteen Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti mallatteeffame muddama naannawichaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu argisiisa jedhe Gamtaa Awurooppaa. Gamtichi waliigaltee Ankaarratti taasifame ialaalchisuun ibsa baaseen, bu’uura seerota Idil…

Continue ReadingBiyyoonni lameen muddama Gaanfa Afriikaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu dhugoomsaniiru- Gamtaa Awurooppaa

Ijoo dubbii miidiyaalee addunyaa: Waliigaltee Itiyoo-Somaaliyaa

AMN- Mudde 03/2017 Mariin kun dhamaatii marsaa sadii gaafateera. Dhumarratti Ministirri Muummee Abiyyi Ahimadiifi Pirezidaantiin Somaaliyaa Sheek Hasan Mohaammad Turkiyee Ankaaraatti harka wal fuudhaniiru. Jaarsummaa Pirezidaant Resiip Xayyib Erdoohaaniin milkiin…

Continue ReadingIjoo dubbii miidiyaalee addunyaa: Waliigaltee Itiyoo-Somaaliyaa