Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisa jedhame

AMN PLUS- Amajjii 5/2017 Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise. Gatiin boba’aa kan madaalamu gatii idil addunyaarra jiruun…

Continue ReadingMootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisa jedhame

Abbootiin amantaa adda addaa haala Ayyaanni Cuuphaa tokkummaadhaan kabajamuu danda’u irratti

AMN PLUS- Amajjii 5/ 2017 Waajjirri Bulchiinsa Nageenyaa Magaalaa Finfinnee Ayyaanni Cuuphaa nagaa fi tokkummaadhaan akka kabajamuuf jecha waldaa abbootii dhaabbilee amantaa giddu galeessa irraa kaasee hanga aanaatti jiran waliin…

Continue ReadingAbbootiin amantaa adda addaa haala Ayyaanni Cuuphaa tokkummaadhaan kabajamuu danda’u irratti

Kantiibaa Adaanech qaamolee nageenyaa 340’f manneen jireenyaa dabarsan

AMN PLUS- Amajjii 5/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee nagenyaa 340'f f manneen jireenyaa dabarsan. Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,wayita misooma koriidarii marsaa 2ffaa hojirra…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech qaamolee nageenyaa 340’f manneen jireenyaa dabarsan

Obbo Shimallis, Pirezidaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan

AMN PLUS- Amajjii 4/ 2017 Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Kiigaalitti Pireezidaantii Ruwaandaa Poolkaagaameen waliin mari'ataniiru. Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Ruwaandaa Masaraa Mootummaa biyyattiitti Pireezidaanti Pool Kaagaamee waliin mari'ataniiru.…

Continue ReadingObbo Shimallis, Pirezidaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’atan

Magaalaa Finfinneetti lamileen miliyoona 2.5 olta’an tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Argatan- Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS- Amajjii 4/2017 Magaalaa Finfinneetti lamileen miliyoona 2.5 olta’an tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa argachuu isaani Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Itti aanaan itti gaafatamaa Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti lamileen miliyoona 2.5 olta’an tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Argatan- Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee

Kantiibaa Adaanech sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwatan

AMN PLUS- Amajjii 4/ 2017 Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwachuun gamaaggamaniiru. Hojichi akkaataa karooraan raawwatamaa jiraachuu Aadde Adaanech fuula miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwatan

Obbo Bulchaan beekumsaa fi ogummaa qabaniin biyya isaanii murannoon kan tajaajilaan nama jabaa turan – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS Amajjii 4/2017 Obbo Bulchaa Dammaqsaan biyyaafi dhalootaaf dursa kennuun amanamummaa fi namuusaan tajaajiluu kan barsiisaan nama jabaa ta'uu Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan. Sirni gaggeessaa reeffa…

Continue ReadingObbo Bulchaan beekumsaa fi ogummaa qabaniin biyya isaanii murannoon kan tajaajilaan nama jabaa turan – Kantiibaa Adaanech Abeebee