Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee ho’ee akka kabajamuuf qophiileen addaddaa taasifameera
AMN PLUS-Fulbaana 20/2018 Ayyaanni Irreechaa duudhaa isaa eegee ho'ee akka kabajamuuf qophiileen addaddaa taasifamuu himame. Kutaa magaalaa Lidataatti ''Irreechi olka'iinsa Biyyaaf'' mata duree jedhuun kan kabajamu Ayyaana Irreechaa bara 2018…