Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Baankii Sikkeet Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Dhaaban.
AMN Adoolessa 24/2017 Hoggantoonni fi hojjettoonni Baankii Sikkeet sagantaa dhaabbii ashaaraa magariisaa mata-dure "Dhaabuun bayyanachuu" jedhuun adeemsifamaa jiru irratti biqiltuuwwan garaa garaa biyya keessa dhaaban. Hoji Gaggeessaan Baankichaa Daamxoo Alamaayyoo…