Mootummaan Naannoo Oromiyaa inisheetivii misooma Ashaaraa magaariisaa marsaa 7ffaan biqiltuu biiliyoona 5.3 dhaabuuf karoorfamee keessaa biqiltuuwwan biiliyoona 1.45 akka dhaabatee beeksise
AMN PLUS- Adoolessaa 12/2017 Mootummaan Naannoo Oromiyaa inisheetivii misooma Ashaaraa magaariisaa marsaa 7ffaan biqiltuu biiliyoona 5.3 dhaabuuf karoorfamee keessaa biqiltuuwwan biiliyoona 1.45 akka dhaabatee yaa'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa, bara…