‎Ixaana Biyya Alaatti Ergamerraa Galiin Doolaara Miliiyoonni 1.6 argame.

‎AMN PLUS - Hagayya 05/2017‎ ‎Bara baajataa xumurame kana oomisha ixaanaa irraa Doolaarri Miiliyoona tokkoofi Kuma 600 ol argamuu Korporeeshiniin Hooggansa Hojiiwwan Qonnaa beeksise. ‎Daayitektarri Komunikeeshinii fi Itti gaafatamaan Damee…

Continue Reading‎Ixaana Biyya Alaatti Ergamerraa Galiin Doolaara Miliiyoonni 1.6 argame.

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa bara baajata 2017tti Doolaara biiliyoona 7.6 argate

‎AMN PLUS- Adooleessa 29/2017 ‎Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa bara baajataa kana keessa galii Doolaara biiliyoona 7.6 argachuu isaa Hojii raawwachisaa Olaanaan daandichaa obbo Masfin Taasawu himaniiru. ‎Hojii raawwachiisaa olaanaa kun raawwii…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itoophiyaa bara baajata 2017tti Doolaara biiliyoona 7.6 argate

Abbaan kalaqaa lafee beeyladaa irraa xaa’oo orgaanikii uume badhaasa Siraaraa injifate

‎AMN PLUS, Adoolessa 17/2017 Abbaan kalaqaa lafee beeyladaa irraa xaa’oo orgaanikii uume badhaasa Siraaraa injifateera. Sagantaan badhaasa siraaraa qopheessummaa Baankii Hijraan hoji uumtootaafi qaamolee kennaa kalaqa addaan gidduutti gaggeeffamaa ture…

Continue ReadingAbbaan kalaqaa lafee beeyladaa irraa xaa’oo orgaanikii uume badhaasa Siraaraa injifate

Waliin gahiinsi interneetii 4G dhibbeentaa 70.8 irra gahuu hoji raawwachiftuu olaantuun Itiyoo Telekoom Firehiwoot Taammiruu ibsan

AMN PLUS- Adooleessa 17/2017 Itiyoo Telekoom raawwii hojii bara baajataa 2017 ilaalchisuun miidiyaaf ibsa kenne Waliin gahiinsi interneetii akka dabaluuf hojii hojjetamaa jiruun tajaajilli interneetii 4G dhibbeentaa 70.8 irra kan…

Continue ReadingWaliin gahiinsi interneetii 4G dhibbeentaa 70.8 irra gahuu hoji raawwachiftuu olaantuun Itiyoo Telekoom Firehiwoot Taammiruu ibsan

Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017tti galii birrii biiliyoona 100 fi biliyoona 62 argachuu beeksise

AMN PLUS- Adoolessa 17/2017 Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017tti galii birrii biiliyoona 162 argachuu beeksiseera. Galiin kunis karoora qabamerraa dhibbeentaa 99 ta'uu hoji raawwachiiftuu olaantuun Itiyoo telekoom Firehiwoot Taammiruu hubachiisan…

Continue ReadingItiyoo Telekoom bara baajataa 2017tti galii birrii biiliyoona 100 fi biliyoona 62 argachuu beeksise

Torbeen daldalaa lammaffaan Magaalaa Finfinneetti eegalame

AMN PLUS Adoolessa 7/2017 Torbee daldalaa mata duree ‘Omishaaleen Itoophiyaa Badhaadhinaaf’ jedhuun eegalame kanarratti Oomishaaleen qonnaafi Indaastirii agarsiisaaf ni dhihaatu jedhameera. Kantiibaa Itti aanaafi Hogganaan Biiroo Misooma Indaastirii Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingTorbeen daldalaa lammaffaan Magaalaa Finfinneetti eegalame

Magaalaa Shaggaritti Eksipoon Invastimentii Idil-adunyaa adeemsifamuufi

AMN PLUS-Waxabajji 27/2017 Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa jalqabaa mata duree "Shaggaritti Invastii taasisaa"jedhuun, Magaalaa Shaggaritti gaggeeffamuufi Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa guyyoota Sadiif turu, guyyaa borii Magaalaa Finfinnee Giddu gala Konveenshinii Idil-Addunyaa Addisitti…

Continue ReadingMagaalaa Shaggaritti Eksipoon Invastimentii Idil-adunyaa adeemsifamuufi

Magaalaa Shaggaritti Eksipoon Invastimentii Idil-adunyaa adeemsifamuufi AMN PLUS-Waxabajji 27/2017 Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa jalqabaa mata duree "Shaggaritti Invastii taasisaa"jedhuun, Magaalaa Shaggaritti gaggeeffamuufi Ekispoon Invastimentii Idil-Addunyaa guyyoota Sadiif turu, guyyaa borii Magaalaa…

Continue Reading

Abbaan Taayitaa Bittaafi Bulchiinsa qabeenya Mootummaa Adeemsi bittaa qabeenyaa karaa sirna bittaa eletironiiksiin raawwatamuun Isaa Bu’aa Buusuu Ibse

‎AMN PLUS Waxabajjii 27/2017‎ ‎Abbaan Taayitaa Bittaafi Bulchiinsa Qabeenyaa mootummaa hojii riifoormii sirna bittaafi bulchiinsa qabeenya Mootummaa ammayyeessuuf akka dhaabbatatti bara 2014 irraa eegalee hojjate ilaalchisuun waltajjii hubannoo uumuu hooggansaafi…

Continue ReadingAbbaan Taayitaa Bittaafi Bulchiinsa qabeenya Mootummaa Adeemsi bittaa qabeenyaa karaa sirna bittaa eletironiiksiin raawwatamuun Isaa Bu’aa Buusuu Ibse

Addis Miidiyaa Neetwoork, Biiroo Hojiifi Ogummaa Magaalaa Finfinnee waliin, walii galtee hojii mallatteesse.

AMN Waxabajjii 19 10 2017 AMN miidiyaa filatamaa odeeffannoo waqtaawaa saffisaan hawaasa biraan gahu ta'uun cinaatti sagantaalee garaagaraa bocuun odeeffannoo barsiisaafi bashannansiisaa dhalootaan ga'aa jira. Bu'uruma kanaan sagantaa televizyiniin darbu…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetwoork, Biiroo Hojiifi Ogummaa Magaalaa Finfinnee waliin, walii galtee hojii mallatteesse.