Puutiin marii nagaa yoo gufachiisan balaa hamaa fida- Tiraamp
AMN PLUS - Hagayya 08, 2017 Pireezdaant Puutiin waraana Yukireen keessatti geggeeffamaa jiru dhaabuuf yoo walii hin galle balaa hamaa fiduu akka malu Pireezidaantiin Ameerikaa, Doonaald Tiraamp akeekkachiisaniiru. Pirezidaanti Tiraamp…