Itoophiyaan Inisheetiivii Ergama Annisaa 300’tti makamte
AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee yaa'ii waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti hirmaachaa wayita jiranitti Itoophiyaan Innisheetivii Ergama Annisaa 300'tti makamuun ishee beekameera. Innisheetiviin kun ergama Afrikaa guutummaatti tajaajila…