Imalli gara Galaana Diimaa, daandii walakkaa ol tarkaanfateera- Laggasaa Tulluu (PhD)
AMN PLUS- Hagayya 8/2017 Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Federaalaa Laggasa Tulluu (PhD), Itoophiyaan pirojektoota misoomaa hunda galeessa ta’een milkaa’ina galmeessisaa jiraachuu himan. Itoophiyaan misooma koridoorii magaalaa fi baadiyyaa irratti boqonnaa haaraa…