Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (Dr.) Jeneraala Raayyaa Ittisaa Ameerikaa waliin mari’atan.
AMN PLU-Waxabajjii 13,2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (Dr.) dhimmoota biyyoota lamaanii haala naannawaafi fedhii waloo irratti Ajajaa Damee Galaanaa Ameerikaa fi ‘AFRICOM’ Jeneraal Maayikel Laaniglii waliin mari’achuu ergaa karaa fuula…