Arteettaan hanga yoonaa jijjiirraaf yuuroo biliyoona tokko baase
AMN PLUS-Hagayya 16/2017 Leenjisaa Arsenaal ta'uun erga qacaramee Arteettaan hanga yoonaa jijjiirraa taphattootaaf yuuroo bil.tokko(1)baaseera. Bara 2019 garee isaa duraan taphataa ta'ee itti tajaajilaa turu,irra deebiin leenjisummaan hojii kan itti…