Dooktar Abiy Daayriktera Olaantuu Dhaabbata Daldala Addunyaa waliin mari’atan
AMN PLUS Guraandhala 9, 2017 Ministurri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayriktera Olaantuu Dhaabbata Daldala Addunyaa Dooktar Naagoizii Ookoonjoo waliin mari'atan. Itoophiyaan waggoota darban keessa miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa ta’uuf…