Traamp Pireezidaantii Kooriyaa Kaabaa waliin wal arganii akka mari’achuu barbaadan ibsan
AMN PLUS – Hagayya 20/2017 Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gita isaanii Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun waliin wal arganii mari’achuuf fedhii akka qaban ibsan. Pireezidaantichi kaleessa wayita gita isaanii Kooriyaa…