Yeroo Hidhi Haaromsaa eebbifamutti Jaappaanitti imaluun keenya miira injifannoo dabalataa nuuf laata- Komaandar Atileet Silashii Sihin

AMN PLUS- Qaammee 3/2017 Jilli Atileetksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti geeggeeffamu irratti hirmaachuuf boru garas imala. Pirezdantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komaandar Atileet Silashii Sihin AMN PLUS waliin…

Continue ReadingYeroo Hidhi Haaromsaa eebbifamutti Jaappaanitti imaluun keenya miira injifannoo dabalataa nuuf laata- Komaandar Atileet Silashii Sihin

Atileetotni Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaatan gaggeeffaman

‎AMN PLUS- Qaammee 1/2017 ‎Atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyoo irratti hirmaataniif sirni gaggeessaa taasifameera. ‎Ministirri Aadaa fi Ispoortii Aadde Shawwiit Shaankaa mootummaan xiyyeeffannoo ispoortiif kennee hojjechaa akka jiru…

Continue ReadingAtileetotni Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaatan gaggeeffaman

Haayilemaariyaam Kiroos Siidiniitti Maaraatoonii injifachuun lammii Itoophiyaa isa 2ffaa ta’e.

‎AMN PLUS - Hagayya 25/2017 ‎Hayilemaariyaam fageenya kana xumuruuf sa'atii 2:6:06 itti fudhate. ‎Kunis Awustraaliyaatti kan galmaa'e yaroo ariitiin xumurame jechuun galmaa'eeraaf. Lammiin Itoophiyaa kan biroo Addisuu Goobanaa sa'atii 2:06:16…

Continue ReadingHaayilemaariyaam Kiroos Siidiniitti Maaraatoonii injifachuun lammii Itoophiyaa isa 2ffaa ta’e.

Atileetoota gariin maatii isaaniin leenji’uutu hojiigaree miidhe- Toleeraa Dinqaa

AMN PLUS-Hagayya 22/2017 “Erga Gareen Biyyaalessaa Atileetiksii diigamee, atileetonni gariin maatii isaaniin leenji’u, kuni ammoo hojii gamtaa dirree keessatti atileetonni keenya amma dura agarsiisaa turan akka badu taasise” jedhan leenjisaan…

Continue ReadingAtileetoota gariin maatii isaaniin leenji’uutu hojiigaree miidhe- Toleeraa Dinqaa

Leenjisaa maaraatoonii addunyaan jaju,kan atileetota Itoophiyaa duuba jiru’ Haajii Adeloo Roobaa eenyu?

AMN PLUS-Hagayya 16/2017 Ka’umsi isaanii Arsii Asallaadha.Atileetii fageenya giddu galeessaa fi maaraatoonii duraanii Hayilee G/Sillaasee waliin mana barnootaa tokkotti akkuma barnoota eegalan fiigichattis akka dhufan dubbatu. Filannoon fageenya fiigicha isaanii…

Continue ReadingLeenjisaa maaraatoonii addunyaan jaju,kan atileetota Itoophiyaa duuba jiru’ Haajii Adeloo Roobaa eenyu?

Morkii Daayimandii Liigii Atileetonni Itoophiyaa tilmaama injifannoo argatan

AMN PLUS-Hagayya 13/2017 Morkii Daayimandii Liigii Atileetonni Itoophiyaa tilmaama injifannoo argataniiru. Waldorgommii daayimand liigii bara 2025 kessummeessuuf magaalota qophaa’an keessaa amma kan hafe magaalota sadii qofa. Guyyaa boruu ammoo magaalota…

Continue ReadingMorkii Daayimandii Liigii Atileetonni Itoophiyaa tilmaama injifannoo argatan

Itoophiyaan Shaampiyoonaa Biskileetii Dargaggoota Idil Addunyaa Liibiyaa Beengaaziitti adeemsifame injifatte

‎AMN PLUS-Hagayya 10/2017 ‎Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa Shaampiyoonaa Biskileetii Dargaggoota Idil Addunyaa Liibiyaa Beengaaziitti adeemsifame olaantummaan injifate. ‎Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa dorgommii kana irratti garee fi dhuunfaan hirmaachuun gosoota lamaan sadarkaa tokkoffaa…

Continue ReadingItoophiyaan Shaampiyoonaa Biskileetii Dargaggoota Idil Addunyaa Liibiyaa Beengaaziitti adeemsifame injifatte

Atileetiin rikoordii maaraatoonii addunyaa of-harkaa qabdu dhorkamte

AMN PLUS,Adoolessa 10/2017 Atileetiin Keeniyaa Ruut Chiipiingeetiich kan rikoordii maaraatoonii bara faranjootaa 2024 of-harkaa qabdu dhorkamuun ifoomeera. Atileetittiin fiigicha maaraatoonii sa'atii 2:09:56 galuun atileetii Itoophiyaa Tigist Asaffaa caaluun injifannoo galmeessuun…

Continue ReadingAtileetiin rikoordii maaraatoonii addunyaa of-harkaa qabdu dhorkamte

Atileetota Itoophiyaaf haalli mijataan yoo uumame dorgommi kamiyyu injifachuu akka danda’an Atileet Ibraahim Jeeylan dubbate

AMN PLUS- Waxabajjii 24/2017 Atileet Ibraahim Jeeyilaan turtii addattii AMN PLUS waliin tasiseera. Bara 2011 akka lakkofsaa awuroppaa shampiyonaa atiletksii addunyaa Deeguu irrattii adeemsifameen meetiraa 10,000n atilleti biyyaa Ingilaand Mohammad…

Continue ReadingAtileetota Itoophiyaaf haalli mijataan yoo uumame dorgommi kamiyyu injifachuu akka danda’an Atileet Ibraahim Jeeylan dubbate

Federeshinin Atiletksi Itoophiyaa Shampiyonaa Atiletksi Addunyaa Japan Tokiyoo irrattii adeemsifamu irrattii atletoota maaraatonii irrattii hirmataan korniyaa lamaniyuu ifaa tasise

AMN PLUS- Waxabajjii 14/2017 Federeshinin Atiletksi ዒtoophiyaa shampiyonaa Atiletksi addunyaa Japan Tokiyoo irrattii adeemsifamu irrattii atletoota maaraatonii irrattii hirmataan korniyaa lamaniyuu ifaa tasise Halumaa kanan dhirotaan maratonii irrattii atletonnii hirmataan:-…

Continue ReadingFedereshinin Atiletksi Itoophiyaa Shampiyonaa Atiletksi Addunyaa Japan Tokiyoo irrattii adeemsifamu irrattii atletoota maaraatonii irrattii hirmataan korniyaa lamaniyuu ifaa tasise