Amooriim qabxii kilabicha Pirimiyar Liigii irraa gadi buusu galmeessaa jira- Waayinii Ruunii

AMN PLUS- Fulbaana 9/2018 Taphataan abbaa riikardii goolii Maanchester Yuunaayitid ta'e Waayinii Ruuniin gahumsa Ruuben Amooriim agarsiisaa jiran hadheeffatee qeeqe. "Amooriim amma waggaa tokko gahaa jira, tapha tokkorraa garuu giddugaleessan…

Continue ReadingAmooriim qabxii kilabicha Pirimiyar Liigii irraa gadi buusu galmeessaa jira- Waayinii Ruunii

Atileetotni Itoophiyaa dorgommii gulaallii lama irratti ni hirmaatu

‎AMN PLUS -Fulbaana 9/2018 ‎Shaampiyoonaan Atileetiksi Addunyaa erga eegalamee guyyaa 7ffaa isaa kan qabate yoo ta’u atileetotni Itoophiyaa fageenyawwan lamaan ni dorgomu. ‎Dhiirotaan fiigigicha gulaallii meetira 5000’tiin Itoophiyaan Haagoos G/hiwoot,…

Continue ReadingAtileetotni Itoophiyaa dorgommii gulaallii lama irratti ni hirmaatu

Seenaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Goolii hedduu Laakkoofsiisuun eenyutu dursa?

AMN PLUS- Fulbaana 06/2018 Dorgommiin Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa Waancaa Addunyatti aansun jaallattoota kubbaa miilaa biratti morkii hawwiin eegamuudha. Morkii waggoota heddu lakkoofsiiseen, Mr. "Champions League" jedhamuun kan waamamu Kiristiyaanoo Roonaldoon…

Continue ReadingSeenaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Goolii hedduu Laakkoofsiisuun eenyutu dursa?

‎‎Taphattoonni hundi Arsenaaliif mallateessuu barbaadu- Mikeel Arteettaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 ‎Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan taphattoonni kamiyyuu yoo kilaboonni biraa akka mallatteessaniif gaafatan taphattootni immoo filannoo jalqabaa Arsenaal taasifatu jechuun ibsan. ‎"Ammatti nuti carraa qabeessa" kan jedhan…

Continue Reading‎‎Taphattoonni hundi Arsenaaliif mallateessuu barbaadu- Mikeel Arteettaa

Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itoophiyaaf argamsiifte

AMN PLUS - Fulbaana 3/2018 Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan dorgommii meetira kuma 10'n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte. Atileetiin Keeniyaa Biyaatiriis Cheebeet meedaaliyaa Warqee…

Continue ReadingAtileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itoophiyaaf argamsiifte