Akkaadaamii cheelsii kessattii guddatee Liverpuul kessattii ifee mul’achu Kan eegale dargageessaa ganna 16

AMN PLUS- Hagayya 20/2017 Maatii hiddaa Nayijeeriyaa qaban irraa bara 2008 Akka lakkofsa Awuroppatti ture Ingilaand Newham kessattii Kan dhalatee Umurii Isaa wagga 8tti akkaadaamii Cheelsii seenuun kubbaa miilaa filannoo…

Continue ReadingAkkaadaamii cheelsii kessattii guddatee Liverpuul kessattii ifee mul’achu Kan eegale dargageessaa ganna 16

Yuukireen ammallee falmachuu ishee itti fufti – Zeleniskii

‎AMN PLUS - Hagayya 18/2017 ‎Pireezidaantiin Yuukireen Viloodmiir Zeleniskiin, guyyaan walabummaa biyyattii magaalaa Kiyeev keessatti wayita kabajamu falmachuu akka itti fufan beeksisan. Waamichi nagaa Yuukireen taasisaa jirtu Raashiyaa irraa dhageettii…

Continue ReadingYuukireen ammallee falmachuu ishee itti fufti – Zeleniskii

Yuunaayitid injifannoo isaa jalqabaa argachuuf har’a Fuulhaam wajjin morkata

‎AMN PlUS- Hagayya18/2017 ‎Piriimiyer Liigiin Inglaand torban 2ffaatiin har'as kan itti fufu yoo ta'u, taphootni Sadii ni gaggeeffamu. ‎Kiristaal Paalaas dirree isaatti Salaharast Parkitti Nootiinghaam Foorast waliin ni tapahata. ‎Eberichee…

Continue ReadingYuunaayitid injifannoo isaa jalqabaa argachuuf har’a Fuulhaam wajjin morkata

Arsenaal taphataa akkaadaamiisaa keessatti guddate qabeenyasaa taasifateera

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Kiristaal Paalaas Eberichee Eze paawundi miiliyoona 65'n mallatteessisuuf walii galuu isaa guyyotaa darbaan kessaa ifa kan godhe yoo ta'u guyyaa har'aa taphatichi…

Continue ReadingArsenaal taphataa akkaadaamiisaa keessatti guddate qabeenyasaa taasifateera

Morkii daarbii caalaa kan ho’u taphni Maanchester Siitiifi Tootenham Hootispars har’a adeemsifama

AMN PLUS - Hagayya 17/2017 Tapha Piriimiyer Liigii Inglaand torbee 2ffaan kalessaa kan eegale yoo ta'u Cheelsiin dirreen alaa imaluun Weestihaam Yunaayitid goolii bal'aa 5-1 injifachuu danda'eera. Har'as taphoonni hedduun…

Continue ReadingMorkii daarbii caalaa kan ho’u taphni Maanchester Siitiifi Tootenham Hootispars har’a adeemsifama