‎‎Taphattoonni hundi Arsenaaliif mallateessuu barbaadu- Mikeel Arteettaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 ‎Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan taphattoonni kamiyyuu yoo kilaboonni biraa akka mallatteessaniif gaafatan taphattootni immoo filannoo jalqabaa Arsenaal taasifatu jechuun ibsan. ‎"Ammatti nuti carraa qabeessa" kan jedhan…

Continue Reading‎‎Taphattoonni hundi Arsenaaliif mallateessuu barbaadu- Mikeel Arteettaa

Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itoophiyaaf argamsiifte

AMN PLUS - Fulbaana 3/2018 Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan dorgommii meetira kuma 10'n dubaroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itiyoophiyaaf argamsiifte. Atileetiin Keeniyaa Biyaatiriis Cheebeet meedaaliyaa Warqee…

Continue ReadingAtileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa Itoophiyaaf argamsiifte

Kilabni Nuno Espiito hojiirraa gaggeessuun Enje Poschekoguluu muude Nootiingihaam, gara Emireets imaluun har’a Arsenaal waliin falmata

AMN PLUS - Fulbaana 3/2018 Piriimiyer liigiin Ingiland torbee 4ffaa taphoota intarnaashinaalaa booddee har'a yoo eegalu taphni Arsenaal dirree isaa irratti Nootiingihaam Foorest keessummessu haalaan eegama. Torbee 3ffaan gara Anfiilditti…

Continue ReadingKilabni Nuno Espiito hojiirraa gaggeessuun Enje Poschekoguluu muude Nootiingihaam, gara Emireets imaluun har’a Arsenaal waliin falmata

Atileet Dirribee Waltajjiin dawaa si’eessituuf qorannoo taasisuu diduusheen dorgommiin ala taate

AMN PLUS- Fulbaana 2/2017 Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa boru eegalu irratti meetira 800'n Itoophiyaa bakka bu'uuf kan turte Atileet Dirribee Waltajjiin dawaa si'eessituun walqabatee qorannoo taasisuu diduusheen dorgommichaan ala taate. Daayirektarri…

Continue ReadingAtileet Dirribee Waltajjiin dawaa si’eessituuf qorannoo taasisuu diduusheen dorgommiin ala taate

Yeroo Hidhi Haaromsaa eebbifamutti Jaappaanitti imaluun keenya miira injifannoo dabalataa nuuf laata- Komaandar Atileet Silashii Sihin

AMN PLUS- Qaammee 3/2017 Jilli Atileetksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyootti geeggeeffamu irratti hirmaachuuf boru garas imala. Pirezdantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Komaandar Atileet Silashii Sihin AMN PLUS waliin…

Continue ReadingYeroo Hidhi Haaromsaa eebbifamutti Jaappaanitti imaluun keenya miira injifannoo dabalataa nuuf laata- Komaandar Atileet Silashii Sihin

Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Laayibeeriyaa magaalaa Monorooviyaa gahe

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Seeraaliyoon waliin taasisuuf Laayibeeriyaa magaalaa Monorooviyaa gahe. Garichi kaleessa halkan Kaayirootii ka'ee ganama Finfinnee galuun imala sa'aatii jahaa booda…

Continue ReadingGareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Laayibeeriyaa magaalaa Monorooviyaa gahe

Itoophiyaan tapha Ijiptiin walqabatee FIFA’f himannaa galfatte

AMN PLUS- Qaammee 2/2017 Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Itoophiyaa rakkoolee naamuusaa tapha Ijipt irratti mul'atan ilaalchisee himata Koree Naamuusaa FIFA'f erge. Federeeshinichi himata kanaan, deeggartoonni Ijipt kabaja faaruu biyyaalessaa Itoophiyaaf malu…

Continue ReadingItoophiyaan tapha Ijiptiin walqabatee FIFA’f himannaa galfatte

Atileetotni Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaatan gaggeeffaman

‎AMN PLUS- Qaammee 1/2017 ‎Atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Tookiyoo irratti hirmaataniif sirni gaggeessaa taasifameera. ‎Ministirri Aadaa fi Ispoortii Aadde Shawwiit Shaankaa mootummaan xiyyeeffannoo ispoortiif kennee hojjechaa akka jiru…

Continue ReadingAtileetotni Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaatan gaggeeffaman