“Warshaalee qonnaan bultootaaf carraa gabaa aannanii uuman babal’isuu itti fufna” Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS – Ebla 23/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen warshaa aannanii "Laamee Deeyirii" dandeettii dhiyeessii guddisu eebbisiisuu himan. Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Har’a damee dhuunfaa agiroo-induustirii keessatti oomishama…