Ashraaf Hakiimiin badhaasa taphataa cimaa Afriikaa 2025 injifate

AMN PLUS- Sadaasa 10/2018 Dursaan Taphattoota Garee Biyyaalessa Morookoo Ashraaf Hakiimiin, taphataa cimaa Afrikaa bara 2025 jedhamuun filame. Paaris Seenti Jarman waliin yeroo jalqabaaf Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa milkeessuun waancaa…

Continue ReadingAshraaf Hakiimiin badhaasa taphataa cimaa Afriikaa 2025 injifate

Pirojektiin kubbaa miilaa Daawwit Isxifaanos ‎guddattoota abdii egeree 110 leenjisaa jira

‎AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Kubbaa Miillaa Itoophiyaa jijjiiruuf guddattoota irratti hojjechuu akka barbaachisu taphataan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Daawwiit Isxifaanos hime. ‎Yeroo dhiyoo kan hundeeffame pirojektiin kubbaa miilaa Daawwiti Isxifaanos…

Continue ReadingPirojektiin kubbaa miilaa Daawwit Isxifaanos ‎guddattoota abdii egeree 110 leenjisaa jira

Poorchugaal Armeeniya 9-1’n injifachuun Waancaa Addunyaaf dabarte

AMN PLUS- Sadaasa 07/2018 Biyyi Kiristiyaanoo Ronaaldoo kaardii diimaan dhabde Poorchugaal Armeeniya 9-1'n injifachuun Waancaa Addunyaaf dabarte. Ronaaldoon tapha murteessaa kanarra dhabamuunsaa biyyattii muddama keessa galchee turus Waancaa Addunyaa Bara…

Continue ReadingPoorchugaal Armeeniya 9-1’n injifachuun Waancaa Addunyaaf dabarte

Kiim Joong Uun taphoonni Pirimeerliigii Ingilaandi akka tamsa’aniif eeyyama kennan

AMN Plus- Sadaasa 4/2018 Pirezdaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun taphoonni Pirimeerliigii Ingilaandi Kooriyaa Kaabaa keessatti akka hin tamsaneef dhoorkaa kaa'anii turan kaasan. Keessumaa Kilaboonni taphattoonni Kooriyaa Kibbaa biyyattii keessa…

Continue ReadingKiim Joong Uun taphoonni Pirimeerliigii Ingilaandi akka tamsa’aniif eeyyama kennan

Angoolaan guyyaa Walabummaa waggaa 50ffaa kabajduuf Arjantiinaa affeerte

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Liyoonel Meesiifi Shaampiyoonaan Addunyaa Arjantiinaan kabaja guyyaa walabummaa Angoolaa 50ffaa irratti argamuuf gara Luwaandaatti akka imalan beekameera. Angoolaan Porchugaal irraa bara bilisa itti baate 50ffaa kabajuuf,…

Continue ReadingAngoolaan guyyaa Walabummaa waggaa 50ffaa kabajduuf Arjantiinaa affeerte

Atileetii umriin xiqqoo Shaampiyoonaa Addunyaa taate- Xirunesh Dibaabaa

AMN PLUS - Sadaasa 02/2018 Jabduu ijni barbadaa, Balaliitu akka Simbiraa, Atileetii Cimtuu Fageenya Dheeraa Yeroo Maraa, Fakkeenya Dhalootaa, Faajjii Injifannooti, Atileet Xurunesh Dibaabaa. Maqaa masoo "Baby Face Destroyer" jedhuun…

Continue ReadingAtileetii umriin xiqqoo Shaampiyoonaa Addunyaa taate- Xirunesh Dibaabaa