Xumuramuun Hidha Haaromsaa dargaggootaaf carraa hojii uumeera.

AMN PLUS - Hagayya 30,/2017 ‎Hojiin ijaarsaa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa xumuramuun dargaggoota naannoo Beenishaangul Gumuziif carraa hojii adda addaa akka uume ibsame. Carraaleen hojii dargaggootaaf uumamanis qurxummii qabuu, bidiruu…

Continue ReadingXumuramuun Hidha Haaromsaa dargaggootaaf carraa hojii uumeera.

Fanjii KM 200 awwaalame miilaan baasaa pirojektii kana xumurre- Injinar Kiflee Horroo

AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Pirojektiin Hidhaa Haaromsa Guddicha Itoophiyaa kan xumurame fanjii KM 200 awwaalame imala miilaan fashaleessaa ta'uu Hogganaan Pirojektichaa Injinar Kiflee Horroo himan. Injinar Kifleen turtii AMN PLUS…

Continue ReadingFanjii KM 200 awwaalame miilaan baasaa pirojektii kana xumurre- Injinar Kiflee Horroo

Waloodhaan hojjennee Hidha Haaromsaa xumuruun injifannoo Adawaa irra deebiin mirkaneessineerra- Aragaawwii Barihee (Dr.)

AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Waloodhaan hojjennee Hidha Haaromsaa xumuruun injifannoo Adawaa irra deebiin mirkaneessineerra jechuun Hoji-Raawwachiisaa Olaanaan Waajjira Qindeessaa Pirojektii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa Aragaawwii Barihee (Dr.) dubbatan. Xumuramuu Hidha…

Continue ReadingWaloodhaan hojjennee Hidha Haaromsaa xumuruun injifannoo Adawaa irra deebiin mirkaneessineerra- Aragaawwii Barihee (Dr.)

Hidhi haaromsaa mallattoo moo’ichaati- Obbo Kaasaahun Foolloo

‎AMN PLUS - Hagayya 30/2017 ‎Pireezidaantiin Waldaan Konfedereeshinii Hojjetaa fi Hojjechiisaa Itoophiyaa Obbo Kaasaahun Foolloo hidhi haaromsaa pirojektii gamtaan ijaarame akka ta'e ibsan. ‎Pirojektii Guddicha kanaaf hojjetaan maallaqa, ogummaafi humna…

Continue ReadingHidhi haaromsaa mallattoo moo’ichaati- Obbo Kaasaahun Foolloo

Nageenya waaressuun ergama hangafaa dhaabbilee nageenyaati- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN PLUS Hagayya 30/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) nageenya Biyyaalessaa waaressuu ilaalchisee dhaabbilee nageenyaa waliin mariin taasifamaa ture goolabamuu himan. Badhaadhinni Itoophiyaa akka milkaa’uuf nageenyii fi tasgabbiin dhimma…

Continue ReadingNageenya waaressuun ergama hangafaa dhaabbilee nageenyaati- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Naannawaa baandaafi alagaan heddummatetti gahumsi waraanaa dirqama- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS- Hagayya 29/2017 Itoophiyaan naannawaa baandaafi alagaan heddummate kanatti gahumsa waraanaa ishee guddisuun dirqama ta'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) himan. Dooktar Abiyyi Warshaa oomisha dirooniiwwan waraanaa AEROABAY…

Continue ReadingNaannawaa baandaafi alagaan heddummatetti gahumsi waraanaa dirqama- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

Itoophiyaan dirooniiwwan waraanaa “barbadeessanii badan” oomishuu eegalte

AMN PLUS - Hagayya 29/2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) milkaa’ina diinagdee Itoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha jedhan. Dooktar Abiyyi Ahimad guyyaa har’aa sosochii hojii oomisha diroonii ‘AEROABAY’…

Continue ReadingItoophiyaan dirooniiwwan waraanaa “barbadeessanii badan” oomishuu eegalte

Daldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Dorgomtummaa daldala idil-addunyaa Itoophiyaa cimsuuf hirmaatonni damee daldala E-Komersii gahee olaanaa akka qaban Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhaminsa Naannoo Kaasaahun Gofee (Dr.) ibsaniiru. ‎ Torbeen Eksipoo…

Continue ReadingDaldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)

Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)‎

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (Dr.) “Ijaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf” jechuun kaleessa marii dhimma xumuramuu ijaarsa…

Continue ReadingIjaarsa hidha haaromsaa waan jalqabsiisaniif Minisitira Muummee Duraanii Obbo Mallas Zeenaawwiif galatatu malaaf- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)‎

Hidhi haaromsaa bu’aa tumsa mootummaa fi uummataati- Aragaawwii Barihee (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 27/207 ‎Hidhi haaromsaa guddichi Itoophiyaa kanneen hin danda'amu, hin ijaaran jedhan kan itti saalfachiisne bu'aa tumsa mootummaa jijjiiramaa fi uummataati jechuun Hoji gaggeessaa olaanaan Waajjira Qindeessaa…

Continue ReadingHidhi haaromsaa bu’aa tumsa mootummaa fi uummataati- Aragaawwii Barihee (Dr.)