Ayyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Humni Nageenya waloo ayyaanota Amantaa fi ayyaanonni ummataa adda addaa magaalaa Finfinnee keessatti dudhaa isaa eeggachuun akka kabajuuf qophii xumuruu isaa beeksise. Nageenya biyya keenyaa fi…

Continue ReadingAyyaanonni amantaa fi ummataa duudhaa isaaniin akka kabajamuuf qophii xumuruu Humni Nageenya waloo beeksise

Muummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa pirojektoota adda addaa daawwachuuf magaalaa Dirre Dawaa dhaqan.

‎AMN PLUS - Hagayya 13/2017 ‎ Muummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa hojiiwwan misooma kooridarii dabalatee pirojektoota adda addaa magaalattii keessatti hojjetamaa jiran daawwachuuf Dirre Dawaa dhaqaniiru. Muummee ‎…

Continue ReadingMuummee Ministira Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa pirojektoota adda addaa daawwachuuf magaalaa Dirre Dawaa dhaqan.

Muummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan

AMN PLUS - Hagayya 13/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba falaasama Ida'amuu 4ffaa kan ta'e mata duree 'Motummaa Ida'amuu' jedhuun barreessan. Abiyyi Ahimad (Dr.) kana dura kitaabilee 3, Ida'amuu,…

Continue ReadingMuummeen Ministira Abiyyi Ahimad (Dr.) Kitaaba ‘Mootummaa Ida’amuu’ jedhu barreessan

Lammiilee Itoophiyaafi dhalattoota Itoophiyaa Ameerikaa Kaabaa jiraatan marii biyyaalessaarratti akka hirmaataniif waamichi dhiyaate

AMN PLUS- Hagayya 12/ 2017 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa bakka bu’oota naannolee 11, bulchiinsa magaalota lamaa akkasumas, dhaabbilee federaalaa fi bakka bu’oota hawaasa wal gahuun waltajjii marii ummataa irratti ajandaa…

Continue ReadingLammiilee Itoophiyaafi dhalattoota Itoophiyaa Ameerikaa Kaabaa jiraatan marii biyyaalessaarratti akka hirmaataniif waamichi dhiyaate

Daballiin mindaa hojjettoota mootummaa miiliyoona 3.3 oliif baatii Fulbaanaa irraa eegalee hojiirra oola

‎AMN PLUS-Hagayya 12/2017 ‎Daballiin miindaa hojjettoota mootummaa Bara 2018'tti Baatii Fulbaanaa irraa eegalee hojiirra akka oolu himameera. ‎Ministeerri Maallaqaa Riifoormii Tajaajila Mootummaa fi Bulchiinsa Pablik Sarvisii guutummaatti hojiirra oolchuu isaatiin…

Continue ReadingDaballiin mindaa hojjettoota mootummaa miiliyoona 3.3 oliif baatii Fulbaanaa irraa eegalee hojiirra oola

Hojiin Dijitaalaa EBC qaama imala Itoophiyaa Diijitaalessuuti- Laggasaa Tulluu (PhD)

AMN PLUS - Hagayya 07/2017 Korporeeshiniin Biroodkaastiingii Itoophiyaa appilikeeshinii haaraa EBC Diijitaalaa eebbisiise. Hojiin dijitaalaa fi danummaan qabiyyee EBC dantaa biyyaalessaa biyyattii kan eegsisuu fi miidiyaalee biroof boqonnaa haaraa kan…

Continue ReadingHojiin Dijitaalaa EBC qaama imala Itoophiyaa Diijitaalessuuti- Laggasaa Tulluu (PhD)

Sa’aatii 24 keessatti roobni jabaan haga miilii meetira 30 roobuu danda’a jedhame

‎AMN PLUS - Hagayya 7/2017 ‎Inistiitiyuutiin Meetiyoorooloojii Biyyaalessa Hagayya 5/2017 irraa eegalee guyyoota 20 dhufan keessatti haalli qilleensaa hojii qonna irraatti dhiibbaa fiduu danda'u ilaalchisee ibsa ergeera. Ibsichaanis ‎Guyyoota 10…

Continue ReadingSa’aatii 24 keessatti roobni jabaan haga miilii meetira 30 roobuu danda’a jedhame

Lammiileen 210 Maalaawwiitti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaatti deebifaman

‎AMN PLUS - Hagayya 07/2017 Lammiileen Itoophiyaa 210 Maalaawwiitti manneen hidhaa gara garaa keessa turan gara biyyaa deebifamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Lammiilee kanneenis Daandii Qilleensaa Itoophiyaa, Dhaabbata Godaantota Addunyaafi…

Continue ReadingLammiileen 210 Maalaawwiitti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaatti deebifaman