“Bakka galaanaa keessan to’achuuf qophaa’aa” Fiild Maarshaal Birhaanuu Juullaa
AMN PLUS- Qaammee 1/2017 Waggootii 33 booda gara guddummaa duraaniitti deebi'uuf Waajjirri Olaanaan Humna Galaanaa Itoophiyaa bifa haaraan ijaaramuun eebbifame. Waajjiricha kan eebbisiisan Itaamaajoor Shuumiin Humnoota Waraanaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal…