Itoophiyaan Duudhaalee aadaa fi hawwata uumamaa qabdu biyyoota miseensa BRICSʼ ta’aniif beeksisuufi- Ministeera Aadaa fi Ispoortii

AMN PLUS- Bitootessa 30/2017 Itoophiyaan Duudhaalee aadaa fi hawwata uumamaa qabdu biyyoota miseensa BRICS̕ ta’aniif beeksisuuf akka jirtu Ministeera Aadaa fi Ispoortii beeksiseera. Itoophiyaan "Riqicha Aadaa Itoophiyaa,walitti hidhamiinsa Uummataa fi…

Continue ReadingItoophiyaan Duudhaalee aadaa fi hawwata uumamaa qabdu biyyoota miseensa BRICSʼ ta’aniif beeksisuufi- Ministeera Aadaa fi Ispoortii

Kabajaa fi deeggarsa ummanni Tigraayi naaf kenneef galata guddaan qaba- Obbo Geetaachoo Raddaa

AMN - Bitootessa 30/2017 Kabajaa fi deeggarsa ummanni Tigraayi naaf kenneef galata guddaan qaba jedhan pirezidaantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay duraanii Obbo Geetaachoo Raddaan. Obbo Geetaachoon fuula marsariitii isaanii ‘X…

Continue ReadingKabajaa fi deeggarsa ummanni Tigraayi naaf kenneef galata guddaan qaba- Obbo Geetaachoo Raddaa

Itiyoo Telekoom buufata 2ffaa chaarjessa saffisaa konkolaattoota elektiriikaa hojii eegalchiise

AMN PLUS- Bitootessa 30/2017 Itiyoo Telekoom Buufatalee konkolaataa Elekitriikaa itti chaarja'u Magaalota biyyattii garagaraatti babal'isuuf hojii baldhaa hojjachaa akka jiru Hojii Raawwaachiistuun Itiyoo Telekoom Firehiwoot Taammiiruu himan. Dhaabbatichi hojiilee gama…

Continue ReadingItiyoo Telekoom buufata 2ffaa chaarjessa saffisaa konkolaattoota elektiriikaa hojii eegalchiise

Ogeeyyiin Kominikeeshinii biyya tokkummaa sabdanessaan cimte ijaaruu keessatti gaheen qaban Olaanaadha – Biqilaa Hurrisaa (Dr.)

AMN – Bitootessa 30/2017 Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Hoggantootaafi Ogeeyyii caasaalee Kominikeeshinii Mootummaa magaalootaafi naannooleef leenjii kennaa jira. Leenjichi mata duree ‘Kominikeeshinii kaayyorratti xiyyeeffate guddina Itoophiyaaf’ jedhuun kennamaa jira. Leenjicharratti Biqilaa…

Continue ReadingOgeeyyiin Kominikeeshinii biyya tokkummaa sabdanessaan cimte ijaaruu keessatti gaheen qaban Olaanaadha – Biqilaa Hurrisaa (Dr.)

Konfiransiin nageenyaa Magaalaa Jimmaatti adeemsifamaa jira

AMN PLUS – Ebla 01/2017 Konfiransiin nageenyaa abbootii amantiifi qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise Magaalaa Jimmaatti adeemsifamaa jira. Konfiransii nageenyaa kanas Gumii Dhaabbilee Amantaa Oromiyaatu qopheesse. Konfiransii nageenyaa kanarratti hirmaachuuf hooggantoonni…

Continue ReadingKonfiransiin nageenyaa Magaalaa Jimmaatti adeemsifamaa jira

Hooggansaafi ogeeyyiiwwan Kominikeeshiniifi quunnamtii uummataaf leenjiin kennamuu eegale

AMN PLUS – Eebla 01/2017 Leenjiin Paartii Badhaadhinaa Damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaatiin qophaa’e hooggansaafi ogeeyyiiwwan Kominikeeshiniifi quunnamtii uummataaf kennamuu eegaleera. Leenjichi mata duree ‘ Jaaraa dhugaan boodaa dhugaafi…

Continue ReadingHooggansaafi ogeeyyiiwwan Kominikeeshiniifi quunnamtii uummataaf leenjiin kennamuu eegale

Komishinichi naannoo Amaaraatti namoota dhiibbaa uuman waliin mari’ataa jira

AMN PLUS – Eebla 01/2017 Komishiniin Marii Biyyaalessaa naannoo Amaaraatti namoota dhiibbaa uumaniifi qooda fudhattoota waliin mari’ataa jira. Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Malaaku W/Maariyaam namoonni dhiibbaa uuman dhimmoota biyyaalessaa bu’uura…

Continue ReadingKomishinichi naannoo Amaaraatti namoota dhiibbaa uuman waliin mari’ataa jira

Barattoonni Yuunivarsiitii Abuudaabiitti baratan aadaa Itoophiyaa beeksisan

AMN – Eebla 01/2017 Barattoonni Yuunivarsiitii Abuudaabiitti baratan torbee aadaa Yuunivarsiitichatti qophaa’e irratti aadaa biyyasaanii beeksisaniiru. Barattoonni kunneen sirna kabaja ayyaanichaarratti hambaalee aadaa, amantiifi seenaa, nyaataafi uffata aadaa naannolee addaa…

Continue ReadingBarattoonni Yuunivarsiitii Abuudaabiitti baratan aadaa Itoophiyaa beeksisan

Dureeyyiin Nezerlaandis hirmaannaa Invastimantii Itiyoophiyaatti qaban akka cimsan gaafatame

AMN PLUS - Ebla 01/2017 Dureeyyiin Nezerlaandis carraalee Invastimantii mijataatti fayyadamuun hirmaannaa Invastimantii Itoophiyaatti qaban akka guddisan ministirri dhimma alaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr) waamicha taasisan. Ministirri dhimma alaa Geediyoon Ximootiwoos…

Continue ReadingDureeyyiin Nezerlaandis hirmaannaa Invastimantii Itiyoophiyaatti qaban akka cimsan gaafatame

Gareen jilaa Riisoorsi senter loltummaa Naayijeeriyaa hojiiwwan riifoormii Poolisii Federaalaa daawwate

AMN PLUS - Ebla 01/2017 Gareen jilaa Riisoorsi senter loltummaa Naayijeeriyaa hojiiwwan riifoormii Waajjira Muummee Poolisii Federaalaa daawwateera. Poolisii Federaalaa Itoophiyaatti hoogganaan eegataa qajeelcha olaanaa hariiroo idil addunyaa fi tumsaa…

Continue ReadingGareen jilaa Riisoorsi senter loltummaa Naayijeeriyaa hojiiwwan riifoormii Poolisii Federaalaa daawwate