Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa murtoowwan gurguddoo fidee dhufa- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Amajjii 19/2017 Yaa’ii idilee Paartii Badhaadhinaa 2ffaa gaggeeffamurratti murtoowwan gurguddan kan murtaa’an ta’uu Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti…

Continue ReadingYaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa murtoowwan gurguddoo fidee dhufa- Obbo Adam Faaraah

Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Keeniyaa, Naayiroobii dhaqan

AMN PLUS- Amajjii 18, 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Walga'ii Haaroomsa Dhaabbilee Gamtaa Afrikaa Sadarkaa Olaanaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii dhaqaniiru. Pireezidaanti Taayyeen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Joomoo Keeniyaataa gahan…

Continue ReadingPireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Keeniyaa, Naayiroobii dhaqan

Dhaabbata Gamtaa Afrikaa Hundeeffamaa Hanga Guddinaatti

AMN - Amajjii 16/2017 Biyyoonni Afrikaa erga sirna bittaa kolonii Awurooppaa jalaa bilisoomanii booda hedduun isaanii miseensa gareewwan ilaalcha adda addaa tarkaanfachiisan ta’uun gareewwaan gurguddoo sadii hundeessanii turan. Garee Kaazaabilaankaa…

Continue ReadingDhaabbata Gamtaa Afrikaa Hundeeffamaa Hanga Guddinaatti

Mariin Paanaalii sirna walirraa fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa Eegale

AMN PLUS - Amajjii 16, 2017 Mariin Paanaalii sirna walirraa fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa Haroomsa booda marsaa 72ffaa Magaalaa Finfinnee Hootela Iskaaylaayititti ta'aamaa jira. Marii kanarratti abbootiin Gadaa, Haadhooliin Siinqee,…

Continue ReadingMariin Paanaalii sirna walirraa fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa Eegale

Dooktar Abiyyi Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Dhagaa Cilee eebbisan

AMN PLUS- Amajjii 16/2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Albuuda Dhagaa Cilee eebbisiisuun hojii eegalchiisan. Dooktar Abiyyi, Warshaa Dhiqaa Albuuda Dhagaa…

Continue ReadingDooktar Abiyyi Godina Daawurootti Warshaa Dhiqaa Dhagaa Cilee eebbisan

Sirni Gadaa Ambaasaaddara Oromoo fi Uummata Gurraachaatti – Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa

AMN PLus - Amajjii 16/2017 Mariin paanaalii sirna wal irraa fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa Haroomsa booda 72ffaa adeemsifamaa jira. Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa Simbiruu mariicharratti ergaa…

Continue ReadingSirni Gadaa Ambaasaaddara Oromoo fi Uummata Gurraachaatti – Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa

Aadde Simmanyi Wubeen Abbagaar Olaanaa Dhaabbata Abbagaar Uummataa ta’uun filataman

AMN PLUS- Amajjii 15, 2017 Aadde Simmanyi Wubeen Abbagaar Olaanaa Dhaabbata Abbagaar Uummataa ta’uun filatamaniiru. Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walgaa’ii Idilee 16ffaa har’a taa’een muudamicha sagalee caalmaan mirkaneesseera. Filannoo…

Continue ReadingAadde Simmanyi Wubeen Abbagaar Olaanaa Dhaabbata Abbagaar Uummataa ta’uun filataman

Miseensota WBO daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekkamtii taasifame

AMN - Amajjii 14/2017 Miseensota WBO daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekkamtii kennamuu isaa Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse. Garaagarummaa siyaasaa karaa nagaatiin hiikuudhaan nageenya uummataa waaressuuf waliigaltee Mootummaa…

Continue ReadingMiseensota WBO daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekkamtii taasifame

Qormaata jijjiirama qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata waaraadha- Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa

AMN- Amajjii 14/2017 Qormaata jijjiirama qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata waaraadha ta’uu Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa ibsa baaseen beeksissera. Qormaatni jijjiirama qilleensaa addunyaa kana mudachaa jiru, jiruufi jireenya ilma…

Continue ReadingQormaata jijjiirama qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata waaraadha- Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa