Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa irratti mari’atan
AMN PLUS - Muddee 26/2017 Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa dhimmoota fayyaa naannichaa haala daran itti cimsan irratti mari'ataniiru. Marii isaanii keessatti tajaajila…