Guyyaa Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota 20ffaa Giddu-galeessa Ityoophiyaa akka qopheessu murtaa’e

AMN- Sadaasa 29/2017 Naannoon Giddu-galeessa Ityoophiyaa guyyaa saboota, sablammootaa fi ummattoota Itoophiyaa 20ffaa akka qopheessu murtaa’eera. Guyyaan Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 19ffaan magaalaa Arbaaminci bakka Muummichi Ministeeraa Abiyyi Ahmad…

Continue ReadingGuyyaa Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota 20ffaa Giddu-galeessa Ityoophiyaa akka qopheessu murtaa’e

Imala mareefi marabbaan nagaa waaressuuf eegalleen injifannoon waloo galmaa’aa jira- Pir. Shimallis Abdiisaa

AMN- Sadaasa 29/2017 Imala maree fi marabbaan nagaa waaressuuf eegalameen injifannoon waloo galmaa’aa jira jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan. Itoophiyaan biyya guddoo seenaa ijaarsa biyyaa waggoota hedduu qabdu…

Continue ReadingImala mareefi marabbaan nagaa waaressuuf eegalleen injifannoon waloo galmaa’aa jira- Pir. Shimallis Abdiisaa

“Obbolootni keenya bosona turan yeroo daandii nageenyaatti deebi’anitti guyyaa Sabaaf Sablammootaa kabajuun keenya adda taasisa” Af-yaa’ii Aaganyahu Tashaagar

AMN- Sadaasa 28/ 2017 Ijaarsa biyyaalessaa eeggalamee milkeessuuf dugda hidhannee hojjechuu qabna jedhan Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aaganyaw Tashaagar. Sadaasni 28 Guyyaa marii jedhamee Moggafame simpoosiyemiin kabajamaa jira. Simpooziyemichiis…

Continue Reading“Obbolootni keenya bosona turan yeroo daandii nageenyaatti deebi’anitti guyyaa Sabaaf Sablammootaa kabajuun keenya adda taasisa” Af-yaa’ii Aaganyahu Tashaagar

Sirni Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabootaa, Sab-lammootaa fi Ummattootaa 19ffaan Aarbaamincitti gaggeeffamaa jira

AMN - Sadaasa29/2017 Guyyaan saboota, sablammootaa fi Uummatoota Itoophiyaa 19ffaan Naannoo Kibba Itoophiyaa Magaalaa Aarbaamincitti Mata-duree "Waliigaltee biyyaalessaa tokkummaa sabdaneessaaf" jedhuun kabajama jira

Continue ReadingSirni Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabootaa, Sab-lammootaa fi Ummattootaa 19ffaan Aarbaamincitti gaggeeffamaa jira

Ministirri Nagaa duraani Obbo Binaalf Anduu’alem Ambaasadara Guutuu ta’uun mudaman

AMN- Sadaasa 23, 2017 Ministirri Nageenyaa duraani Obbo Binaalf Anduu’alaam Ambaasaaddara Guutuu ta’uun mudamaniiru. Waajjirri Pireezidaantii Federaalaa ibsa baaseen Obbo Binaalf Anduu’alem Sadaasa 23, 2017 irraa eegalee aangoo guutuudhaan Ambaasaaddara…

Continue ReadingMinistirri Nagaa duraani Obbo Binaalf Anduu’alem Ambaasadara Guutuu ta’uun mudaman

Itoophiyaa keessatti dandeettiin kalaqaa jireenya jijjiiruu danda’u akka jiru argineerra – Dooktar Ballaxaa Moollaa

AMN Sadaasa 23/2017 Itoophiyaa keessatti dandeettiin kalaqaa jireenya jijjiiruu danda'u akka jiru argineerra jechuun Ministirri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaa dubatan. Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dhaabbata Tumsa Kibbaa (OSC)…

Continue ReadingItoophiyaa keessatti dandeettiin kalaqaa jireenya jijjiiruu danda’u akka jiru argineerra – Dooktar Ballaxaa Moollaa

Gareen “Hidhattoota Qimaant” ofiin jedhu waamicha nagaa mootummaan dhiheesse fudhachuun karaa nagaa galuuf waliigaltee irra gahe

AMN - Sadaasa 23/2017 Gareen “Hidhattoota Qimaant" ofiin jedhu waamicha nagaa mootummaan dhiheesse fudhachuun karaa nagaa galuuf waliigaltee irra gahuun isaa ibsame. Garichi haala mijeessuu jaarsolii biyyaatiin marii taasifameen waamicha…

Continue ReadingGareen “Hidhattoota Qimaant” ofiin jedhu waamicha nagaa mootummaan dhiheesse fudhachuun karaa nagaa galuuf waliigaltee irra gahe

Hojjetaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa mallaqa maamila jalaa bade doolaara kuma 50 abbaa maallaqaaf deebise

AMN- Sadaasa 23/ 2017 Hojjetaan Daandii qilleensa Itiyoophiyaa Doolaara kuma 50 kufee argame abbaa qabeenyaaf deebiseera. Hojjetaan Kutaa nageenyaa Obbo Fireezar Baqqalaan Doolaara kuma 50 kufee argame abbaa qabeenyaaf deebisaniiru.…

Continue ReadingHojjetaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa mallaqa maamila jalaa bade doolaara kuma 50 abbaa maallaqaaf deebise

Guyyaan Siiviil Aviyeeshinii addunyaa 80ffaan Finfinneetti kabajama

AMN- Sadaasa 23/2017 Itoophiyaan damee Aviyeeshiniin hirmaannaa olaanaa taasisuun Afrikaatti Daandii Qilleensaa cimaa ijaaruu akka dandeesse ibsame. Guyyaan kabaja hundeeffama waggaa 80ffaa Siviil Aviyeeshinii Idil Addunyaa, Abbaa Taayitaa Siviil Aviyeeshinii…

Continue ReadingGuyyaan Siiviil Aviyeeshinii addunyaa 80ffaan Finfinneetti kabajama

Waraanni yoomiyyuu irra deebi’amuu hin qabu- Hidhattoota Tigraayi duraanii

AMN - Sadaasa 23/ 2017 Nageenya naannoo Tigraayitti bu'een gammadoo ta'uufi waraanni yoomiyyuu irra deebi'amuu akka hin qabne Hidhattootni Naannoo Tigraayi leenjii haaromsaa fudhataa jiran dubbatan. Rakkoo mudatu waraanaan furuuf…

Continue ReadingWaraanni yoomiyyuu irra deebi’amuu hin qabu- Hidhattoota Tigraayi duraanii