Jijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaaf fakkeenya ta’a- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)
AMN PLUS - Fulbaana 07/ 2018 Jijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaa maraaf fakkeenya akka ta'u Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) sirna eebbaa Kitaaba Ida'amuu 4ffaa, "Mootummaa Ida'amuu"…