Hidhaan Haaromsaa hanguma Itoophiyaanotni itti cichooman gaha- Dr.Injinar Habtaamuu Ittafaa
AMN PLUS - Qaammee 1/2017 Hidhi Guddichi Haaromsa Itoophiyaa biyyoon akka hin guutamne hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa hojjatameera jedhan Ministirri Bishaaniifi Inarjii Doktar Injinar Habtaamuu Ittafaa. Asxaafi mallattoo tokkummaa saboota,…