Misoomni Kooridarii Adaamaa miidhagsuu bira darbee iddoowwan bashannanaa mijataa taasiseera- Jiraattota

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 28/2018 ‎Misoomni Kooridarii Magaalaa Adaamaa miidhagsuu qofa osoo hin ta'in iddoowwan bashannanaaf haalan mijataa ta’e akka uumee jiraattonni ibsaniiru. ‎Hojiin misooma kooridarii kuni bakka bashannanaa, iddoowwan magariisaa…

Continue ReadingMisoomni Kooridarii Adaamaa miidhagsuu bira darbee iddoowwan bashannanaa mijataa taasiseera- Jiraattota

Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa Hojiilee Misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjataman daawwachuu eegalaan.

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 ‎Leenjiitoonni Leenjii Hooggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaa irratti hirmaataa turan hojiilee misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjatamaa turan dawwachuu eegalan. Hoggantoonni olaanoo kuniin Leenjii Ijaarsa dandeettii guyyoota 10f Naannoo…

Continue ReadingHoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa Hojiilee Misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjataman daawwachuu eegalaan.

Istaadiyemii Baahirdaar ulaagaa CAF kaa’etti fooyyessuuf hojjetamaa jira- MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 ‎Hojiileen Misoomaa Qarqara Hara Xaanaatti hojjataman Baahirdaariin boqonnaa magaalaa haaraatti ceesisaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad turtii isaanii Baahir…

Continue ReadingIstaadiyemii Baahirdaar ulaagaa CAF kaa’etti fooyyessuuf hojjetamaa jira- MM Abiyyi Ahimad

Godambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina irra ga’uu qabdu mul’isa- Hoggantota Mootummaa

AMN Plus- Onkoloolessa 29/2018 Godambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina teekinooloojii irra ga’uu qabdu kan mul’isu ta’uu Anga’ootni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa Finfinnee daawwatan ibsan. Hoogganaan Biiroo Barnootaa Naannoo Hararii Obbo Geetuu Nagawoo,…

Continue ReadingGodambaan Saayinsii, Itoophiyaan guddina irra ga’uu qabdu mul’isa- Hoggantota Mootummaa

Pirojektiwwan gurguddaan cabinsa diinagdee biyyaa suphu- Ogeessa Diinagdee

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 21/2018 ‎Ijaarsi pirojektiiwwan gurguddoo cabinsa diinagdeefi wal-madaaluu dhabuu diinagdee gooroo biyyatti sirreessuun misooma itti fufiinsa qabu akka mirkaneessan Ogeessi Diinagdee Yohaannis Baqqalaa himan. ‎Obbo Yohaannis AMN…

Continue ReadingPirojektiwwan gurguddaan cabinsa diinagdee biyyaa suphu- Ogeessa Diinagdee

Oromiyaan seeftiineetii keessaa ba’ee lafa hektaara miiliyoona 8 ol qamadii qofaan misoomsaa jira- MM Abiyyi Ahimed (PhD)

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 20/2018 ‎Naannoon Oromiyaa damee qonnaan diinagdee guddisuuf lafa bal’aa, humna hojjetu hedduufi lageen hedduun badhaatuu ta'uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) himan. Dooktar Abiyyi naannoo Oromiyaa Godina Shawaa…

Continue ReadingOromiyaan seeftiineetii keessaa ba’ee lafa hektaara miiliyoona 8 ol qamadii qofaan misoomsaa jira- MM Abiyyi Ahimed (PhD)

Misoomni kilaastaraa argine badhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolle akka ta’e ragaadha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Onkoloolessa 20/2018 Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa keessatti Misoomni Kilaastaraa argine badhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolle akka ta’e agarsiisa jedhan, Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa. Daawwannaa…

Continue ReadingMisoomni kilaastaraa argine badhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolle akka ta’e ragaadha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

“Uummata misoomaaf kutatee ka’e qabna, Waggaa 10 keessatti seenaa Itoophiyaa sadarkaa Afriikaatti jijjiirra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 20/2018 ‎Abdiin oomisha qonnaatiin akka biyyaafi Oromiyaatti jiru guddaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Dooktar Abiyyi hoggantoota garagaraa waliin hojiilee misooma qonnaa Godina…

Continue Reading“Uummata misoomaaf kutatee ka’e qabna, Waggaa 10 keessatti seenaa Itoophiyaa sadarkaa Afriikaatti jijjiirra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Shawaa Bahaatti hojiilee misooma qonnaa garagaraa daawwatan

AMN Plus- Onkololeessa 19/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad Godina Shawaa Bahaatti Sassaabbii oomisha Qamadii Qonna gannaa daawwachuun qonna qamadii jallisii bonee eegalchiisaniiru. Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Shawaa Bahaatti hojiilee misooma qonnaa garagaraa daawwatan

Buufata Xiyyaaraa Guddicha Bishooftuu, Doolaara Biiiliyoona 10’n Ijaaramu

- Waggaatti imaltoota miiliyoona 100 ol keessummeesuu danda’a. - Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa daandii xiyyaaraa guddicha Afrikaa qofa otoo hintaane, abbaa buufata xiyyaaraa guddicha isa taasisa. - Invastimantii guddaan Doolaara biiliyoona…

Continue ReadingBuufata Xiyyaaraa Guddicha Bishooftuu, Doolaara Biiiliyoona 10’n Ijaaramu