Kantiibaa Adaanech Abeebee bu’uuraalee misoomaa garaagaraa hojii eegalchiisan

AMN PLUS - Hagayya 20/2018 Kantiibaa Magaalaan Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee bu'uuraalee misoomaa garaagaraa hojii eegalchiisuu ibsaniiru. Aadde Adaanech ergaa toora miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin bu’uuraalee misoomaa ammayyaa; tajaajila ammayyaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee bu’uuraalee misoomaa garaagaraa hojii eegalchiisan

‎Finfinneen waggoota shanan dhufan daandii KM Kuma 1fi 500 ol ijaaruuf karoorfatte

‎AMN PLUS-Adoolessa 13/2018 ‎Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Magaalaa Finfinnee waggoota shanan dhufan keessatti daandii asfaaltii KM kuma 1 fi 500 ol ijaaruuf karoorfachuu beeksise. ‎Pirojektoonni daandii karoorfaman kunneen irraa caalaan hojiin…

Continue Reading‎Finfinneen waggoota shanan dhufan daandii KM Kuma 1fi 500 ol ijaaruuf karoorfatte

Finfinneetti daandii asfaaltii Kiiloo meetira Kuma Tokkoo ol ijaarameera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Adoolessa 02/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) walga'ii idilee 30ffaa bara hojii 5ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa irratti gaaffiilee pirojektoota ilaalchisuun Miseensota Mana Marichaan kaafamanif ibsa yoo…

Continue ReadingFinfinneetti daandii asfaaltii Kiiloo meetira Kuma Tokkoo ol ijaarameera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Komii waggoota 10 ol tureefi amma galatatti jijjiirame ijaarsa riqichaa Kutaa Magaalaa Lidataa naannawaa Bosona Saahiluu furmaata argate

AMN PLUS - Waxabajjii 20/2018 Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataa iddoo addaa naannawaa Bosona Saahiluutti kan argamu riqichi ‘Sabaaraa’ waggoota 10 oliif gaaffii uummataa ta'ee ture ijaarsi isaa xumuramee tajaajilaaf banamuun…

Continue ReadingKomii waggoota 10 ol tureefi amma galatatti jijjiirame ijaarsa riqichaa Kutaa Magaalaa Lidataa naannawaa Bosona Saahiluu furmaata argate

Biyya bu’uuraalee misoomaa humna haaromfamuu danda’uun walitti hidhamiinsa dinagdee naannawaa cimsu keessatti gahee guddaa taphachaa jirtu – Itoophiyaa

AMN PLUS -Waxabajjii 19/2018 Sagantaan Ashaaraa Magariisaa waggoota torba dura kaka'umsa Ministeera Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)’n jalqabame Afrikaarra darbee addunyaa hundaaf fakkeenya guddaa ta'eera. Hanga ammaatti sagantichaan biqiltuun Biliyoona 48…

Continue ReadingBiyya bu’uuraalee misoomaa humna haaromfamuu danda’uun walitti hidhamiinsa dinagdee naannawaa cimsu keessatti gahee guddaa taphachaa jirtu – Itoophiyaa

Finfinneen buufata tajaajila chaarjessa konkolaattota elektirikaa saffisaan guutu tajaajilaaf banaa taasifte

AMN PLUS - Waxabajjii 10/2018 Buufanni chaarjessa konkolaataa ammayyaa fi saffisa qabuun, yeroo tokkotti konkolaattota elektirikaa 24 tajaajiluu danda’u Finfinneetti eebbifamuun tajaajilaaf banaa taheera. Buufanni kun tumsaa Dhaabbata Tajaajila Elektirikaa…

Continue ReadingFinfinneen buufata tajaajila chaarjessa konkolaattota elektirikaa saffisaan guutu tajaajilaaf banaa taasifte

Buufatni Xiyyaaraa Bishooftuu, magaalaa haaraa takka akka ijaaruuti- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN PLUS- Waxabajjii 08/2018 Projektiin Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu seenaa Itoophiyaas ta’e kan Afrikaa keessatti hojii misoomaa guddaa dorgomaa hin qabneedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) Dooktar Abiyyi adeemsa…

Continue ReadingBuufatni Xiyyaaraa Bishooftuu, magaalaa haaraa takka akka ijaaruuti- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Buufanni Xayyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Guyyaa fi Halkan Kutannoo Walirraa Hincinneen Ijaaramaa Jira – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN PLUS- Waxabajjii 08/2018 Pirojektii seenaa Afriikaa keessatti isa jalqabaa ta'e Buufanni Xayyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu guyyaa fi halkan kutannoo walirraa hincinneen ijaaramaa akka jiru Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan.…

Continue ReadingBuufanni Xayyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Guyyaa fi Halkan Kutannoo Walirraa Hincinneen Ijaaramaa Jira – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

MM Abiyyi Ahimad (PhD) miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin hojiiwwan teeknooloojii ijaarsa manneenii daawwatan

AMN PLUS- Waxabajjii 02/2018 Walga’ii Mana Maree Ministirootaa hordofuun, meeshaalee teknoolojii baay’ee ammayyawaa fi saffisaa ta’anitti fayyadamuun manneen ijaaraman kan agarsiisu saayitii ijaarsaa daawwanneerra jedhan Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD).…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin hojiiwwan teeknooloojii ijaarsa manneenii daawwatan