Magaalaan umurii Kuma 8 olii Galaana jalatti argamte
AMN PLUS - Hagayya 21/2017 Arki'ooloojistoonni magaalaa waggoota kuma 8f 500 dura dhuma bara cabbii badde jedhamee dubbatamu argachuu isaanii himan. Magaalattiin qarqara galaanaa Deenmaarkatti kan argamte sababa cabbiin baquun…