Magaalaa halkan waarii kubbaa taphachuu aadaa taasisaa jirtu- Finfinnee
AMN PLUS - Hagayya 07/2017 Dargaggoo Zalaalam Malaakuu Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Qiirqoos Aanaa 11 keessa jiraata. Kanaan dura, hojiin boodas tahe guyyaa boqonnaaatti bakka itti bashannanuufi sochii qaamaa itti…