Dargaggoota hojiiwwan misoomaa fi tola ooltummaa keessatti hirmaannaa olaanaa taasisaniif beekamtiin kenname
AMN PLUS- Waxabajji 09/2017 Magaalaa finfinneetti dargaggoota hojiiwwan misoomaa fi tola ooltummaa sadarkaa magaalaatti,hojjetame keessatti hirmaannaa olaanaa taasisaniif beekamtiin kenname. Biiroon Dargaggootaafi Ispoortii Magaalaa Finfinnee, ji'oottan 11 darban akka magaalaatti,…