Yakkamtoota nageenyaafi tasgabbi Magaalaa Finfinnee yaaddoorra buusan to’achuuf sakattoofi to’annoo cimaa akka taasisu Poolsiiin beeksise
AMN PLUS Caamsaa 26/2017 Yakkamtoota nageenyaafi tasgabbi Magaalaa Finfinnee yaaddoorra buusan to’achuuf sakattoofi to’annoo cimaa akka taasisu Poolsiiin Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Poolisiin Magaalichaa akka beeksisetti gochoota nageenyaafi tasgabbi Magaalaa Finfinnee…