Magaalli guddoo ammayyaan guddina dinagdee biyyaatiif gumaacha guddaa qaba – Obbo Zamadeeneh Nigaatu
AMN - Amajjii 8/2017 Magaalaa ammayyoofte uumuuf hojiin misooma kooridarii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiru misooma magaalli guddoon tokko barbaaddu guutamaa jiraachuusaa kan mul’isu ta’uu ogeessi dinagdee obbo Zamadeeneh Nigaatuu dubbataniiru.…
Hojiin ijaarsaa waajjiralee, naannoo hojiif mijataa ta’e uumuu fi kan yeroo ammaa keessa jirru kan madaalu ta’uu qaba- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN- Amajjii 8/2017 Hojiin ijaarsaa waajjiralee, naannoo hojiif mijataa ta’e uumuu fi kan yeroo ammaa keessa jirru kan madaalu ta’uu akka qaba Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adde Adaanech Abeebee eeraniiru.…
Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree “waadaa haanga Aadaatti” jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti gaggeeffamaa jira
AMN- Amajjii 7/2017 Yaa'iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata duree "waadaa haanga Aadaatti" jedhun Sadarkaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti bifa ho'a ta'en gaggeeffamaa jira. Yaa'ii kun yaa'ii waliigalaan dura…
Fayyadamummaa lammiilee mirkanneesuu fi misoomaa biyyaa guddisuun maqaa gaarii biyyaatti olkaasuuf hunduu gahee isaa bahaachuu qaba – Dooktar Addisuu Shaanqoo
AMN - Amajjii 7/2017 Fayyadamumma lammiilee mirkanneesuu fi misoomaa biyyaa guddisuun maqaa gaarii biyyaattii olkaasuuf milkaa'ina Paartii Badhaadhinaan argame itti fufsisuuf hunduu gahee isaa bahaachuu akka qabu Hojii Raawwachisaan Olaanaa…
Ayyaana Kataraafi Cuuphaa bifa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuuf dargaggoonni kuma 80 ol ni hirmaatu
AMN PLUS- Amajjii 06/2017 Ayyaanni Cuuphaafi Kataraa karaa duudhaa isaa eeggateefi tasgabbii qabuun akka kabajamuuf qophiin xumuramuu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise. Biirichi Ayyaana Cuuphaafi Kataraa karaa hawwataa…
Abbootiin amantaa adda addaa haala Ayyaanni Cuuphaa tokkummaadhaan kabajamuu danda’u irratti
AMN PLUS- Amajjii 5/ 2017 Waajjirri Bulchiinsa Nageenyaa Magaalaa Finfinnee Ayyaanni Cuuphaa nagaa fi tokkummaadhaan akka kabajamuuf jecha waldaa abbootii dhaabbilee amantaa giddu galeessa irraa kaasee hanga aanaatti jiran waliin…
Kantiibaa Adaanech qaamolee nageenyaa 340’f manneen jireenyaa dabarsan
AMN PLUS- Amajjii 5/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee nagenyaa 340'f f manneen jireenyaa dabarsan. Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,wayita misooma koriidarii marsaa 2ffaa hojirra…
Magaalaa Finfinneetti lamileen miliyoona 2.5 olta’an tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Argatan- Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee
AMN PLUS- Amajjii 4/2017 Magaalaa Finfinneetti lamileen miliyoona 2.5 olta’an tajaajila Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa argachuu isaani Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Itti aanaan itti gaafatamaa Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee…
Kantiibaa Adaanech sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwatan
AMN PLUS- Amajjii 4/ 2017 Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwachuun gamaaggamaniiru. Hojichi akkaataa karooraan raawwatamaa jiraachuu Aadde Adaanech fuula miidiyaa hawaasummaa…
- Go to the previous page
- 1
- …
- 38
- 39
- 40
- 41
- 42
- 43
- 44
- …
- 48
- Go to the next page