Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itoophiyaa Waggaa 30 caaluuf awwaalame- Ambaasaaddar Diinaa Muftii

‎AMN PLUS-Mudde 22/2018 ‎Itoophiyaan haala ulaa galaanaa itti dhabde beekamuu baatuus waggaa 30 dura ulaa galaanaa qabduufi daldalli guddaan buufata galaanaan kan adeemsifamu tahuu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Miseensa…

Continue ReadingGaaffiin Ulaa Galaanaa Itoophiyaa Waggaa 30 caaluuf awwaalame- Ambaasaaddar Diinaa Muftii

Paartiin Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee waltajjii muuxannoo waljijjiiruu Gamtaalee paartichaaf qopheesse gaggeessaa jira

AMN PLUS - Mudde 21/2018 Waltajjiin Walirraa barachuufi muuxannoo waljijjiiruu Gamtaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinnee Adda Duree qopheessummaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee eegalame. Kaayyoon waltajjichaa Gamtaan Paartii Badhaadhinaa…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee waltajjii muuxannoo waljijjiiruu Gamtaalee paartichaaf qopheesse gaggeessaa jira

Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii waggaa 27 booda gara biyyaa deebi’an

AMN PLUS- Muddee 16/2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa jalqabaa, Obbo Hasan Aliiturtii waggaa 27 booda har'a gara biyyaa deebi'an. Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee yetoo gahan Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Naannoo Oromiyaa jalqabaa Obbo Hasan Alii waggaa 27 booda gara biyyaa deebi’an

Shirri Kaleessaa Itoophiyaatti Ulaa cufe, tokkummaa lammiilee biyyattiin deebii ni argata- Hayyoota Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa

AMN PLUS- Mudde 15/2018 “Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itoophiyaa deebii akka argatuuf hayyootni qooda isaanii gumaachuu qabu” jedhan Hayyoonni Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa. “Shirri Kaleessaa Itoophiyaatti Ulaa cufe, tokkummaa lammiilee biyyattiin deebii…

Continue ReadingShirri Kaleessaa Itoophiyaatti Ulaa cufe, tokkummaa lammiilee biyyattiin deebii ni argata- Hayyoota Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa

Dhaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar dhiittaa mirga namoomaa mootummaan Eertiraa raawwatu balaaleffate

AMN PLUS-Mudde 15/2018 Dhaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar, dhiittaa mirga namoomaa bal’inaan Mootummaan Eertiraa uummata Affaar qarqara Galaana Diimaa jiraaturratti raawwachaa jiru ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Dura…

Continue ReadingDhaabbanni Diimokiraatawaa Galaana Diimaa Affaar dhiittaa mirga namoomaa mootummaan Eertiraa raawwatu balaaleffate

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Filannoo marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari’atame

AMN PLUS - Mudde 13/ 2018 Boordiin Filannoo Biyyaalessaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari'ateera. Boordichi har'a paartii biyya bulchaa jiru dabalatee bakka buutoota paartilee…

Continue ReadingBoordiin Filannoo Biyyaalessaa Filannoo marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari’atame

‎Oromiyaatti Mariin hawaasaa mata duree “Missiraachoo Gubaa, Injiffannoowwan Mootummaa Ida’amuu jedhun taa’amaa jira.

‎AMN PLUS-Mudde 11/2018 ‎Imalli olka’iinsa biyya ilaalacha Ida’amuun eegalame kalaqaafi ariitiin deemaa akka jiru ibsame. ‎Imalli jijjiirama qormaatilee kamiinuu akka hin gufanneef uummanni abbummaan qooda isarraa eegamu bahachuu akka qabanis…

Continue Reading‎Oromiyaatti Mariin hawaasaa mata duree “Missiraachoo Gubaa, Injiffannoowwan Mootummaa Ida’amuu jedhun taa’amaa jira.

Galaana diimaarraa kan dhiibamne, Abbaayyarraa dheechuun kan jiraanne sababa maaliini?- Diyaaqon Daani’el Kibrat

‎AMN PLUS- 10/2018 ‎Gorsaan Dhimma Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqon Daani'eel Kibrat sababa maaliif Galaana Diimaa irraa dhiibamnee laga Abbayyaa irraa baqanne? gaaffii jedhu kaasaniiru. ‎Kanaan dura Itoophiyaan qabeenya uumamaa haqaan…

Continue ReadingGalaana diimaarraa kan dhiibamne, Abbaayyarraa dheechuun kan jiraanne sababa maaliini?- Diyaaqon Daani’el Kibrat

“Nama yaadaan si dhibe yaadaan sirreessita malee uleen hin cabsitu” – Obbo Kadir Bulloo

AMN PLUS - Mudde 7/2018‎‎Mariin biyyaalessaa kan mootummaa qofa osoo hin taane kan uummata Itoophiyaa Miiliyoona 130 ol akka ta'e Ogeessi Seeraa Obbo Kadir Bulloo turtii AMN PLUS Qophii “Roga…

Continue Reading“Nama yaadaan si dhibe yaadaan sirreessita malee uleen hin cabsitu” – Obbo Kadir Bulloo

IZEMA’n Filannoo Biyyaalessaa bakka gaggeeffamu hundarratti akka dorgomu beeksise

AMN PLUS- Mudde 7/2018 Paartiin Lammiilee Itoophiyaa Haqa Hawaasummaaf (IZEMA) Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa Itoophiyaatti adeemsifamu irratti bakka hundatti akka hirmaatu beeksiseera. IZEMA'n ibsa waa’ee filannoo ilaalchisee har’a kenneen, filannoon…

Continue ReadingIZEMA’n Filannoo Biyyaalessaa bakka gaggeeffamu hundarratti akka dorgomu beeksise