Imalli olka’iinsa biyya ilaalacha Ida’amuun eegalame kalaqaafi ariitiin deemaa akka jiru ibsame.
Imalli jijjiirama qormaatilee kamiinuu akka hin gufanneef uummanni abbummaan qooda isarraa eegamu bahachuu akka qabanis ibsameera.
Kanaas dhugoomsuuf mariin hirmaannaa Uummataa itti fufiinsaan mata duree “Misiraachoi Gubaa; Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu” jedhuun Magaalotaafi Godinaalee Oromiyaa hunda keessatti adeemsifamaa jira.
Maddi:-BKO