
AMN – Onkololeessa 29/2017
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Daandii Qilleensaa Dimookraatawaa Koongoo Kinshaasaa ji’a 1 keessatti tajaajila eegalchiisuuf akka jiru hojii gaggeessaan garee Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Masfiin Xaasaw himuu isaanii TOI gabaase.