Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga’e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera.

AMN PLUS - Guraandhala 10/2018 Firaansi, Naannoo Vaawulilas keessatti namtichi ofii daandii irra jiraatu osoo konkolaataa gati-jabeessa, doolaara Ameerikaa kuma 200 fi kuma 50 baasu “Ferrari” osoo oofuu tibbana to’atame…

Continue ReadingHarka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga’e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera.

Waajjirri Paartiin Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaaf Qophii Taasisaa Jiraachuu Beeksise

AMN PLUS- Guraandhala 10/2018 Waajjirri Paartiin Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaarratti Mallattoo Ittiin Dorgomu Sagantaa Beeksisuu Gaggeessera. Saganticha Irratti Argamuun Ergaa Kan Dabarsan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa…

Continue ReadingWaajjirri Paartiin Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraa Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaaf Qophii Taasisaa Jiraachuu Beeksise

Oomishaalee korojoowwan pilaastikaa bakka bu’an baay’inaan oomishuun hawaasaaf gatii madaalawaan dhiyeessuun haala danda’aamu irratti mari’atame

AMN PLUS- Guraandhala 10/2018 Hojiin Korojoowwan pilaastikaa korojoowwan waraqaafi kanneen biroo irraa oomishamaniin bakka buusuu hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Magaalaa Finfinnee beeksise. Hanqina oomishaalee korojoowwan pilaastikaa bakka bu'an…

Continue ReadingOomishaalee korojoowwan pilaastikaa bakka bu’an baay’inaan oomishuun hawaasaaf gatii madaalawaan dhiyeessuun haala danda’aamu irratti mari’atame

Itoophiyaan Toora Biyyoota Addunyaa Turizimiin Guddina Saffisaa Galmeessanii Hiriiruun Ibsameera. Akkamiin? Eessatti Maaltuu Hojjetame? Maddeen Eeraniiru.

AMN PLUS- Guraandhala 10/2018 Oduu Aagaa kan jedhame Itoophiyaan biyyoota addunyaa turizimiin guddina saffisa qabu galmeessaa jiraachuu ishee maddeen garaagaraa dhugaa qabatamaa damee turizimii biyyatti xiinxalaniiru. Akka safartuu turiizimii idil-addunyaa…

Continue ReadingItoophiyaan Toora Biyyoota Addunyaa Turizimiin Guddina Saffisaa Galmeessanii Hiriiruun Ibsameera. Akkamiin? Eessatti Maaltuu Hojjetame? Maddeen Eeraniiru.