Dooktar Abiyi Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Waliin mari’atan

You are currently viewing Dooktar Abiyi Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Waliin mari’atan

AMN PLUS Guraandhala 8, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa Akiin Adesiinaa fi Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa Alvaaroo Lariyoo waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin deeggarsa damee qonnaa Itoopiyaaf taasifamaa jiru, guddina waaraa fi dandamaataa indaastirichaarratti walta’iinsa cimsuun haala danda’amurratti mari’achuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply