AMN- Sadaasa 23, 2017
Ministirri Nageenyaa duraani Obbo Binaalf Anduu’alaam Ambaasaaddara Guutuu ta’uun mudamaniiru.
Waajjirri Pireezidaantii Federaalaa ibsa baaseen Obbo Binaalf Anduu’alem Sadaasa 23, 2017 irraa eegalee aangoo guutuudhaan Ambaasaaddara ta’uun muudamuu isaanii TOIttu gabaase.
All reactions:
99