AMN- Muddee 17/ 2017
Humni waloo kun qorannoo raawwii hojii gaggeesseen haalli nageenyaa magaalichaafi naannawaashee amansiisaa tahu mirkaneesseera.
Qorannoo raawwii hojii waliigalaan qaamni nageenyaa sadarkaan jiru qindoominaan hojjachuusaatiin bu’aa argamee tahuus humni waloo kun beeksiseera.
Dabalataanis biyya keeenya bakka gahuumsa daddabarsa qoricha sammuu nama hadoochuu gochuun, karaa seeraan alaan gara biyyaa galuun mana kireeffatanii hojjachaa kan turan lammiilee biyya alaa saddeetiifi lammilee Itoophiyaa 15 ta’annoo jala olchuus himuu Poolisii Fedeeraalaa odeeffanne