‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa uumera- Haajii Awwal Aarbaa

You are currently viewing ‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa uumera- Haajii Awwal Aarbaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 6/2018

‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa akka uume Pirezidaantiin Naannoo Affaar Haajii Awwal Aarbaa ibsan.

‎Hojiin Misooma koriidarii Magaalattii keessatti hojjetamaa jiru marsaa 1ffaan 90 %, marsaa 2ffaan 45% irra gahuus Haajii Awwal Aarbaan himaniiru.

‎Hojiin qindoomina ummataafi Mootummaa naannichattii hojjetamaa jiru Naannoon Affaar Naannoo Naga qabeettiifi misoomni ariifataan keessatti hojjetamaa jiru taasiseeras kan jedhan Hajjii Awwal Aarbaa, Affaar kana caalaa misoomsuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uus eeraniiru.

‎Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Naannoo Affaar Magaalaa Loogiyaatti Kabajamaa jira.

‎Sisaay Dirribaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply