Ityoophiyaan sadarkaa FIFA baaseen addunyaarraa sadarkaa 142ffaarra teesse

You are currently viewing Ityoophiyaan sadarkaa FIFA baaseen addunyaarraa sadarkaa 142ffaarra teesse
  • Post category:Ispoortii

Waldaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Addunyaa haala waqtaawaa sadarkaa garee Kubbaa Miilaa biyyoota Afrikaa ifoomseera.

Haaluma kanaan Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa miseensa FIFA ta’an 50 keessaa 42ffaarratti kan argamtu yoo ta’uu, Addunyaarraa ammoo 142ffaarratti argamti.

Moorokoon biyyoota Afrikaa keessaa sadarkaa 1ffaarratti kan argamtu yoo ta’uu, Seeneegaal, Tuuniziyaa, Aljeeriyaa fi Ijipti walduraa duubaan 2ffaa – 5ffaa qabachuu isaanii ragaan Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaarraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review