
AMN PLUS- Amajjii 4/ 2017
Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa raawwii hojii misooma Kooriidarii marsaa 2ffaa daawwachuun gamaaggamaniiru.

Hojichi akkaataa karooraan raawwatamaa jiraachuu Aadde Adaanech fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.
Qaamolee adeemsa hojichaa keessatti qooda qaban hunda galateeffataniiru.


All reactions:
127127